WANGEELA AFAAN OROMOON Telegram канал

Telegram канал "WANGEELA AFAAN OROMOON" относится к категории "#Разное". Всего у канала "WANGEELA AFAAN OROMOON" - 3397 подписчиков. Закажите рекламу или свяжитесь с владельцем телеграм канала.
Последние посты
Yaadonnike kan si irrat aangoo qabaatan yemmuu isaan amantu qofaadha. Yaada at yaaddu sun mirkaneeffannaa at kennituun sin hooggannuu jireenyakee murteessu, dhiibbaa sirratti uumuuf eegala. Yaada at yaadu osoo hin taane aangoo at yaada sanaaf laatteen jireenyikee to'atamaa jira. Yeroo at yaadi sun dhugaadha jettee amantee ka'ee qaamni sammukkee (subconscious mind) yaada sana jiraachuu eegala. Jire…
Открыть в TelegramGuyyaan yemmuu bari'u(eegalu) giyyaa sana waan uumamuuf deemu beekuu baannus guyyaa waaqaan nuuf krnnametti nun illee dabarfamnee kennamee jirra. Falmiin guyyaaf yeroo faana taasifnu jireenya keenya dha Namni jireenyi isaa yeroo famlii yeroo faana taasisu irraa bilisa ta'uu hin danda'u. Guyaa dhalanne boo'udhaan waldhaansoon nun yeroo waliin taasisuun eegalle guddachaaf jabaachaa yeroo dhufnu caal…
Открыть в TelegramYisakor niguse አድራሻዬ @wangelawaka @wangelawaka
Открыть в TelegramWaaqayyo yemmu qormaata hedduudhaan haalota garaa garaan jabaa si taasisuuf siin si hojjetu. Booru siin siif nama jabaa taasisuuf miti. Hojii waaqayyoo akka hojjetuuf jiraachuukee keessaan waaqummaa waaqayyoo haa mul'atuuf jabinakeen jajjabina namaa akka taatuufidha. Bakka dhaabbatte hundumaa haala keessa seente keessatti yaada waaqayyoo bakka sanaaf, nama sanaaf jiraadhu. Waaqayyo sikeessaan mul'…
Открыть в Telegram“Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna; kun immoo warra Yihudootaatti gufuu dha, warra Yihudoota hin ta'initti immo ogowwummaa dha.” — 1Qor. 1:23 "But we preach Christ crucified: a stumbling block to Jews and foolishness to Gentiles," እኛ ግን የተሰቀለውን ክርስቶስን እንሰብካለን፤ ይህም ለአይሁድ መሰናክል፣ ለአሕዛብ ደግሞ ሞኝነት ነው። 1 ቆሮንቶስ 1:23 @wangelawaka @wangelawaka
Открыть в TelegramПосты обновляются автоматически. Искать по тексту постов всех каналов — поиск по постам.
Похожие каналы

Photo, models, posing, movie, photostudio, photoideas Фото, модели, позирование, видео, студия, фотоидеи Администрирование и реклама: @GeorgeZha
Товары со скидками для Вас Товары с маркетплейс, с большой выгодой и проверенными продавцами По сотрудничеству @Menedzher_seller @AnnaManagerAnna Ссылка приглашения https://t.me/+nGE43nC5m3sxNGRi
Предприниматель, инвестор, путешественник и коллекционер впечатлений ;) Инст: instagram.com/nickdelonge
Привет всем кожанным маркетологам. Сотрудничество: Ссылка на канал: https://t.me/+EWl6Ee5jQpRhNjdi

Бек барака 4 катор 510 дукон Женские одежды Товары есть в наличии Администраторша: @Sevinch_fashion_fazilat +998 90.004.68.83Сотилган тавар кайтариб олинмайди

Качественные фото и видео Этот канал для вашей истории Фото и Видео в личку Обновление 24/7 Владельц @UZB_01O
№1 в сфере мотивированного трафика и раскрутки каналов! За информацией или для покупки пишите @AdvertRuBot Отзывы - @AdvertReview


